Question & Answer
|
anuma Wednesday, 08 February 2012
duraan dursa nagaaniif jaalalli waaqayyoo hunda keenyaaf haa baay'atun jedha.qophii raadiyoo keessanii yeroon ganna boqonnaaf gara maatiikootti deebi'u yeroo baay'ee nan dhaggeeffadha.baayyeen isin jaalladha.ammas toora kanaan isin argachuu koof nan gammada.xumura irratti qopheessitoota qophii filannoo faarsa kara ani itti quunnamuu danda'u(email)akka naa gootan jaalala waaqayyootiinan isin gaafadha.
Bilisummaa Wednesday, 08 February 2012
Nagaan isiniif haa baay'atu. Sagantaan keessan B.gaariidha. Ani karaa internet sagantaa keessan dhaggeeffadha. Sagantaa keessan itti fufinsaan post hin gootan. Hunduma isaa utuu gootanii b.gaariidha. Eebbifamaa!!!!!
Tariku Kajela Saturday, 05 May 2012
Qopheessitoota sagantaa Hiyaw Tesfaa sagantaan keessaan guddaa natti tola akkasuma barumsa guddaan sagantaa keessaan irraa argachaa ture ammas akkasuma.Dargaggoonni bara keenyaa amma yeroo baay'ee warruma Waldaa Kiristaanaa keessaa tajaajilan illee yeroo baay'ee Ga'eela akka malee qabatanii,booda immmoo jireenya Gooftaa gaddisiisuus keessa galu.Adaraa kana irrati osoo barumsa ga'aa nuf laattaniii jedhan






E-mail